Yeroo filannoon prooksii Firefox keessatti deebi'u, piroofaayiliin kam akka sababa kanaa ta'e beekuun ulfaata. Barreeffamni kun faayiloota piroofaayilii keessatti ilaalamuu qaban agarsiisa.

Barreeffama kana Afaan Ingiliffaan dubbisi bal'ina argachuuf.

Barruulee wal qabatan